Ambo Altufa Medical Mission video.
Blow is:
The first Oromia Rural Health Initiative medical mission to Oromia region of Ethiopia.
Dr. Gudata itti gaafatama Hospital Riferala Ambo yeroo haala ojii tola ooltumma ibsa kennan.

Odaan galam Oromootaa ti, akka aadattis Odaan bonaaf gana lalisa, jalatti waaqa kadhatu, jalatti nama araarsu. Odaa muka jedhanii hin waaman, Oromia keessa qofa akka jirutti beekama
