Fayyaan Maali?

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’u dha. Dhibeen garaa garaa sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon naminni tokko fayyaa qabaachuu godhu murteessa dha. Nminni fayya ta’uuf fayyaan maal akka ta’e ubatee yoo dursee itti yaade carraan fayya ta’uu isaa warra fayyan maal akka ta’e itti hin yaanne irraa wayya.

Fayya ta’uuf nyaata filachuun, sproortii ojjachuun, ulfina qaama ofii eeguu, dhugaatii alcohol ta’ani dhiisanii bishaan dhuguu, sujaaraa xuuxuu dhabuun dhibee garaagaraatti saaxilamuu irraa nama baraara.

Comments

No comments yet. Why don’t you start the discussion?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.